Search past winners/finalists


  • MESA logo

ኦሮሞ፞ (Oromoo)

IBA Montage

Dhaabbanni keessan Stevie® Awards for Sales & Customer Service kan bara 2024 (waggaa 18ffaa) kaadhimamummaa akka galchuuf affeerrerra. Tajaaajila maamiltootaa, guddina biizinasii fi ogeeyyiin gurgurtaa ciccimoon addunyaa kan qophaa’aan International Business Awards® fi American Business Awards® bebbeekamoodhani.

Barruu seensaa fudhachuu yoo barbadde, qajeelfama akkaataa ittiin kaadhimummaa qopheessanii fi galchal xumuruun teessoo email keetii galchi; nutimmoo email siif goonaa. Imaammata iccitti cimaa ta’e waan qabnuuf sababa kamuufuu teessoo email kee eenyufuu hin laannu.

 

Weebsaayitii kana irratti fuula kana qofa afaan kanaan argatta. Akkuma barruu galuumsaa irra jiru, fuulliwwan kan biroo hundi afaan Ingiliffaatini. Kunis kan ta’eef kaadhimummaan afaan Ingiliffaatiin akka ta’u kan barbaanneef. Kunis ogeeyyiin bizinasii addunyaarra mararra jiran sirna murtii kennu irratti akka hirmaataniif.

Waa’ee Stevie Awards for Sales & Customer Service

The Stevie Awards for Sales & Customer Service milkaa’inoota tajaajila maamiltrootaa, giddu gala qunnamtii, misooma diinagdee fi ogeeyyiwwan gurgurtaa addunyaa mararra jiraniif beekamtii ni laata. Dhaabbatin badhaasa Stevie Awards, badhaasa kanikenuu kunii, United States kesaati hundeefame. Isaan dorgommii Stevie Awards si’a saddeet qindeessaniiru www.StevieAwards.com . irraa barachu ni dandeessa. Waancaan Geebni Stevie Award yeroo ammaa badhaasawwan addunyaa hawwatoo keessaa tokko ta’ee jira.

Bara 2023 titi, Stevie Awards for Sales & Customer Service dhaabbilee fi namoota dhuunfaa biyyoot a 40 ol irraa dhufaniif bakka gala banquet, Las Vegas, Nevada U.S.A. keessatti badhaasa laatera. Badhaafamtoota bara 2023 ilaaluu yo barbaadde tarree kan irratti cuqaasi.

Ramaddiiwwan

Stevie Awards for Sales & Customer Service keessaa fllachuudhaaf ramaddiiwwan badhaasaa heddutu jira. Hirmaachuuf yoo filatee ,bu’aa dhaabbatin kee ittii bekkamuu wajin firoomuu ramaddiiwan kessa filadhuu, fi akkataa ajajaa ramaddiiwan saneniitin kaadhimomiita kee qophesaadhuu. Gosoota ramaddiiwan argaman kessaa kunin kan assi gaditi dha:

  • Gurgurtaa  
    • Namoota dhuunfadhaan Gurguran
    • Garee Gurgurtaa
    • Milkaa’inoota Gurgurtaa
    • Garaagarumaa Gurgurtaa
  • Tajaajila Maamiltoota & Giddu Gala Qunnamtii
    • Tajaajila Maamiltoota & Giddu Gala Qunnamtii Dhuunfaa
    • Tajaajila Maamiltoota & Garee Giddu Gala Qunnamtii
    • Tajaajila Maamiltoota & Milkaa’ina Giddu Gala Qunnamtii
    • Kutaa Tajaajila Maamiltoota
    • Milkaa’inoota Tajaajila Maamiltootaa
  • Omisha Haaraa fi Tajaajila
  • Furmaaata Kan Kennu
  • Guddina Biizinassii

Wantoota fi ibsa ramaddii barru seensaa keessatti argamu.

Kaadhimamtummaan kan yeroo wayita kaadhimmummaatti milkoomina kaadhimamaa ibsu galtee barreeffamaa hanga jechoota 650 tti qabuu yookiin viidiyoo dheerinni isaa hanga daqiiqaa shanii (5) tti ta’e barbaada. Kaadhimamaanis nama dhuunfaa, garee, oomisha yookiin tajaajila haaraa, yookiin guutummaa dhaabbata tokkoo ta’uu ni danda’a.

Badhaasota

Badhaasa Stevie Awards for Sales & Customer Service bara 2024, xumuraaf kan gahan gaafa Amajjii 5 beeksifamu. Badhaafamtoonni gaafa Ebla 12 sagantaa irbaataa masaraa Caesars, Las Vegas wal duraa duubaan ni mul’atu. Sagantaa kana irratti badhaasni wancawwanii, meetii fi birrii Stevie Award badhaafamtootaaf ni kennama.

Quunnamtii

Stevie Award biyyoota addaa addaa keessaa bakka bu’oota ni qaba. Bakka buutonni kun biyyoota keessa jiran keessatti odeeffannoo tamsaasudhaan dhaabbileen badhaasa kana irratti akka hirmaatan godhu. Bakka bu’aan biyya keesssan keessa jiraachuuf dhiisuu adda baafachuuf as cuqaasi.

Yookin ammoo qindeessitoota teessoo armaan gadiitiin qunnamuu ni dandeessu:

The Stevie Awards
10560 Main Street, Suite 519
Fairfax, Virginia 22030, USA
Bilibilaa: +1 703-547-8389
Fax: +1 703-991-2397
Email: help@stevieawards.com