Search our sites

Search past winners/finalists


  • MESA logo
  • SATE logo

ኦሮሞ፞ (Oromoo)

IBA Montage

Stevie Awards for Women in Business (waggaa 22ffaa) kan bara 2025 tiif dhaabbanni keessan kaadhimamtoota akka dhiyeessuuf isin affeerra. Sagantaan badhaasa biizinasii addunyaa jalqabaa keessumattuu dubartootaf kan qophaa’e qindeessitoota International Business Awards® fi American Business Awards® bebbeekamoodha.

Waraqaa ittiin ol seenan, akkaataa qajeelfamni waa’ee kaadhimatoota kee itti qophaa’uu fi galuu fudhachuu yoo barbaadde, email kee asitti galchi; nuti ammo deebisnee siif email goonaa. Seera icciitiitiin dhuunfaa ittiin eegamu cimaa ta’e waan qabnuuf email kee dhimma kamifuu yoo ta’e eenyufuu hin qoodnu. Fuula kana qofa afaan kanaan Marsariitii kana irratti argita. Akkuma waraqaa galuumsaa irratti argamu, fuulonni biroo kan jiran Ingiliffaani. Sababni isaa kaadhimummmaadhaaf galmaa’udhaaf afaan Ingiiliffaatiin akka ta’u waan barbaannef. Kuni ammoo ogeeyyiin biizinasii, addunyaa guutuu irraa adeemsa murtiichaa irratti akka hirmaataniif gargaara.

 

 

Waa’ee Stevie Awards for Women in Business

Stevie Awards for Women in Businessaddunyaaguutuuirrattidubartootahojiiuuman, gaggeesitoota, hojjattooota fi dhaabbileeisaangaggeessanbu’aagaariiargamsiisaniifbeekkamtiikennuudhafi. Dhaabbanni Stevie Awards badhaasa kan kennu biyya United States keessamaandheffateeti.IsaanDorgommiiwwan Stevie Awards sadet kan qindeessanii dha. Kana immmoo toora www.StevieAwards.com kana irraa baruu ni dandeessa. Waancaan Stevie Awards badhaasawwan addunyaa irratti baay’ee beekamtii argateedha.

Bara 2024 keessa Stevie Awards for Women in Business‘ kan kenname namoota dhuunfaa fi dhaabbilee biyyoota 30 tiif ji’a Sadaasaa New York, U.S.A keessatti sagantaa nyaataa qophaa’e irrattiidha. Barruu bara 2024 irraa badhaafamtoota ilaaluu yoo barbaadde, as cuqaasi.      

 

Gosoota

Stevie Awards for Women in Business keessaa filachuudhaaf gosoota badhaasaa heddutu jira. Irratti hirmaachuu yoo barbaadde, gosa badhaasaa kamtu bu’aa hojii dhaabbanni kee ittiin fudhatama argachuu barbaadu kan madaalu ni fiilatta. Akkasumas akkaataa qajeelfamoota gosoota badhaasaa sanaaf kennameetti kaadhimatoota kee qopheessi. Kanneen armaan gadii gosoota badhaasaa jiran kessaayi:

  • Gosoonni Badhaas Dubartoota Dhuunfaa kan hammatu 
    • Dubartii Intarpiruunarii Barichaa
    • Dubartii Kalaqa Argatte Barichaa
    • Dubartii Gaggeessituu Barichaa
    • Dubartii Hojjattuu Barichaa
  • Gareewwan Badhaasota Kaampaanii/Dhaabbata (Qabeenya Dubartoota ta’e yookin Dubartootaan gaggeeffamu)
  • Gareewwan Badhaasota Omisha fi Tajaajila Haaraa (Dubartootaan/Dubartootaaf Hundaa’e)
  • Gareewwan Badhaasota Sabqunnamtii fi Gabaa (Dubartootan/Dubartootaf Hundaa’e)
  • Gareewwan Badhaasota Miidiyaa (Dubartootaan/Dubartootaaf Hundaa’e)
  • Gareewwan Bu’aa galmeessisuu
  • Gareewwan Miidiyaa Hawaasaa 
  • Gareewwan Thought Leadership

Tarreessi fi ibsi gareewwanii, galchuudhaaf ulaagaalee tokkoon tokkoon isaatiif barbaachisu, guyaa galchuun itti dhumatu fi galuudhaaf kaffaltiin barbaachisu kamiyyuu waraqaa galuumsaa irratti ibsameera.

Badhaasota

Badhaasa Stevie Awards for Women in Business bara 2025 irratti dorgomtoonni xumuraa Adoolessa 19 kan ifoomu yoo ta’u, badhaasa Stevie Awards irratti warra mo’ataniif waancaa warqee, meetii fi Biroonzii ni kennama.

Teessoo

Waa’ee Stevie Awards for Women in Business yookin Sagantaalee Stevie Awards kanneen biroo gaaffii kamuu yoo qabaatte, adaraa nu qunnami.

The Stevie Awards
10560 Main Street, Suite 519
Fairfax, Virginia 22030, USA
Phone: +1 703-547-8389
Fax: +1 703-991-2397
Email: help@stevieawards.com