Search past winners/finalists


  • MESA logo

ኦሮሞ፞ (Oromoo)

IBA Montage

Dhaabbanni keessan sagantaa badhaasa daldala sadarka duraa addunyaa kan ta'ee, Badhaasa Daldalaa Idil-addunyaa (International Business Awards®)  (wagga 21ffaa) kan bara 2024 dhaf akka kaadhimamummaa galchuu affeerrerra.

Meeshaa assensaa yo fudhaachuu jalatee, ajaajaa guutuu barreeffama akkamiit kaadhimumaaf qopheesituu fi galchiituu,teessoo email kee asittii galchii fi nu’i email sifii eriginaa. Nu’I imaammata kophaa baay’ee sirrii ta’ee qabiinaa wanakkas ta’eef teessoo email kankke sababa kamifuu enuufilee hinqoodiinu..

 

 

Kunii fuulaa website irraa qonqaa kananii laluu kanidandetuu qofaa calaa. Fuulii kuwanii hunduu affan ingiliffatin, akka meeshaa assensaa dha. Sababiin isaa kana nu’i kaadhimuma Ingliffan akka galchiitaan wan baribdinuuf, kanafuu ogewwaan daldala addunyaa guutuu adeemsa murtii kesaati hiraachuu danida’uu.

 

Wayyee Badhaasotaa Daldala Addunyaa

Badhaasotaa Daldala Addunyaan sagantaa badhaasa kan addunyaa guutuu calaa eddo-hojii bu’aa galmasaa ga’e kamiyuu kan qalbifachuuf dhabaatee dha. Dhaabbatin badhaasa Stevie, badhaasa kanikenuu kunii, United States kesaati hundeefame. Nu’I waldergomii addaa addaa toribaa badhaasa Stevie kaniqindesinuu dha, atti wayye itti baratuu kana irraa www.StevieAwards.com. Waancaan badhaasa Stevie addunyaat badhaasa caalaan kan hawwaamu issa tokko ta’a dhufeeraa.

Bara 2023 titi, Badhaafamtoonni deldala addunyawaan Stevie (International Stevie Awards) dhaabbatotaa fi namoota dhuunfaa biyyoota 60 ol irraa dhufaniif badhaasa kenneera. Tarree mo'attoota bara 2023 ilaaluuf as tuqi.

 

Ramaddiiwan

Badhaasa Addunyaa Daldala kessaa akka filatanif Ramaddiiwan badhaasa gosa bayeetu jiraa. Hirmaachuuf yoo filatee ,bu’aa dhaabbatin kee ittii bekkamuu wajin firoomuu ramaddiiwan kessa filadhuu, fi akkataa ajajaa ramaddiiwan saneniitin kaadhimomiita kee qophesaadhuu. Gosoota ramaddiiwan arigaman kessaa kunin kan assi gaditi dha:

• Badhaasota kaampaanii kan waggaa
• Badhaasota quunnamtii uummataa
• Badhaasota tajajilaa maamila
• Badhaasota qabeenyaa nama
• Badhaasota teknoloojii odeeffannoo
• Badhaasota bulchiinsa
• Badhaasota gabaa
• Uunkaa miidiyaa hundaa, Badhaasota Web, Badhaasota gabaasa kan waggaa, Badhaasota ta’umsa, fi Badhaasota viidiiyoo dabalaatee
• Badhaasota raaw’ii daldala
• Badhaasota oomisha haaraa

Tarreeffama fi ibsa ramaddiiwan, barbaachisaa galchuu tokko tokko issani tif, guyya assensii itti xumuramuu, fi kafalitinn kamiyuu kan baribachiisuu meshaa assensaa kesatii taarefameraa.

Kutaa baay'ee keessatti viidiioo hagaa daqiqaa shanii (5) waa'ee kee yookiin milkaa'ina dhaabbataa keessan kutaa filatan irrattii yookiin gaaffiiwwan kutaa irratti deebii barreefaman galchuuf filannoo qabda.

 

Badhaasota

Badhaafamtoonni deldala addunyawaan Stevie (International Stevie Awards) bara 2024 gaafa Hagayya 14 ni beeksifamu. Boodarratti, badhaasni waancaa fi medaaliyaa meetii fi nahaasii Stevie Award yeeroo sirna ayyaanaa Awurooppaa kessati Onkololeessa irratti kenamaa.

 

Quunnamtii

Maloo gafii tokkole  Wayyee Badhaasotaa Daldala Addunyaa yookiin issa tokko kan biraa sagantawan badhaasotaa Stevie yoo qabatee nu’I quunnamii.

Badhaasotaa Stevie
10560 Main Street, Suite 519
Fairfax, Virginia 22030, USA
Bilibilaa: +1 703-547-8389
Fax: +1 703-991-2397
Email: help@stevieawards.com